Former Leadership - Oromia Urban Development and House Bureau

Former Leadership

Honouring the Heads and Deputy Heads who served our Bureau

Former Heads of the Bureau

Past directors who led the Bureau

Obbo Mulugeeta Dinqaa
Obbo Mulugeeta Dinqaa

Hogganaa Biiroo

1997 – 1999
Obbo. Jamaal Abbaasoo
Obbo. Jamaal Abbaasoo

Hogganaa Biiroo

2003 – 2004
Obbo Abdulqaadir Huseen
Obbo Abdulqaadir Huseen

Hogganaa Biiroo

2004 – 2007
Dr. Umaar Huseen Obaa
Dr. Umaar Huseen Obaa

Hogganaa Biiroo

2007 – 2008

Dr. Umaar Huseen Biiroo kana yeroo lama bara 2003-2004 fi 01/03/2007 hanga 01/03/2008tti hoggananiiru. Yeroo hoggansa kenna turanitti labsii hundeeffama magaalota Oromiyaa akka jiraatu taasisuun aangoo magaalonni ofiin of bulchuu ishaan mirkaneessuuf hojjeta turaniiru. Baay'inni magaalotas akka dabaluuf qaama seerumma magaalumma kennun ni beekamu.

Dr. Abiyyi Ahmed Alii
Dr. Abiyyi Ahmed Alii

Hogganaa Biiroo

2009 – 2010

Qunnaan bultonni fi horsiise bultoonni magaalaa keessa akka hin dhibamne taasisuun abbaa qabiyyee akka ta'aan taasisaniiru. Yaadamni magaalaa akka hubatamu bal'inaan hojjetaniru.

Abdulaziiz Mohammaad
Abdulaziiz Mohammaad

Head of the Bureau

2009 – 2010

Obbo Abdulaziiz yeroo deebi'uun Biiroo kan hogganaan yoo ta'u; bara 2003 waggaa tokkoof yeroo hin guneef fi 01/12/2009 hanga 30/10/2010tti immoo Dr. Abiyyii Ahmed irra fudhuun hogganaan jiru. Yeroo Oromoon naannoo Sumalee irra buqqa'aantti magaalonni mana jiraaruun akka qubachiisan hoggansa kenna turaniiru

Dr. Girmaa Amantee
Dr. Girmaa Amantee

Hogganaa Biiroo

2010 – 2011
Dr. Fiqaaduu Fufaa Fayyisaa
Dr. Fiqaaduu Fufaa Fayyisaa

Hogganaa Biiroo

2011 – 2012
Obbo Jamaal Kadiir
Obbo Jamaal Kadiir

Hogganaa Biiroo

2012 – 2013
Obbo Guyyoo Galgaloo
Obbo Guyyoo Galgaloo

Hogganaa Biiroo

2014 – 2015
Kab.Obbo. Mohammed Guye
Kab.Obbo. Mohammed Guye

Hogganaa Biiroo

2015 – 2019

Inisheetivii magaalaa kan akka qonna magaalaa, ijaarsa kilaastara beellada, industirii godoo, g/gala gabaa, wiirtuu kenna tajaajjila iddoo tokkoo, misooma koriidara irratti hubannoon akka uumamuu fi lafa qabatu taasisuun beekamu.

Key Achievements
  • Bara 2016 kilaastara beelladaa 16,644 irra bara 2018tti immoo kilaastara 139,387 waliigala 225,038 ta'u akka ijaarmu taasisaniru. Misooma maneen irratti bara 2015 mana sagantaa garagaraan ijaarame abbaa warraa 519,360 fi bara 2018tti abbaa warraa 914,124 waligala bara 2015-2018tti A/warraa miliyoonaa 3.2 ta'u fayyadama taasisuun dandaa'ameera. Misooma koriidaara irratti magaalota naannicha keessatti jalqabbiin gaarii akka jiraatu fi fakkeenyumma badhaadhinaa taasiuuf bu'uuri buusu dandaa'eera.

Former Deputy Heads of the Bureau

Grouped by the department they served

No former deputy head records have been added yet.