Kaayyoon keenya magaalota naannoo Oromiyaa ammayyeessuun misooma ariifataa fidun jireenya ummata foyyeessuudha. Kanaaf immoo tarsiimoo magaalomsuu hojirra oolchuun fayyadamummaa uummataa karaa bu'uureeffaten ni hojjetama. Hojii kanneen milkeessuufis qooda fudhattoota qindeessuu fi magaalota naannoo keenya giddugala badhaadhina taasisuuf xiyyeeffannoo olaanaan kan hojjetamu waan ta'eef abbootiin qabeenya, hawaasni magaalota, hayyoonni, ogeessoonni magaalaa fi kkf gahee isaan bahuun ergama qabane waliin akka milkeessinu ni gaafadha. Galatoomaa!
Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa Oromiyaa
Meet our dedicated deputy head office team
I/A/Hog fi I/G Damee Manneenii
I/A Hog. fi I/G Damee Tajaajiilaa
I/A/Hog fi I/G Damee Misooma Magaalaa
Explore our ongoing and completed housing projects
Misooma Koridaara Magaalaa Jimma...
Magaalaa Jimma
Misooma Koridaara Magaalaa Roobee...
Roobee
Mana Qusanna Magaalaa Jimma...
Jimma
Stay updated with our latest announcements and news
Mana jireena Magaalaa Adaamaa-.Andoodee...
By Ahmed Mohammed on Feb 2, 2026
Leenjii Haaromsa Aadaa irratti Hojjettoota Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaaf kenname...
By Ahmed Mohammed on Feb 2, 2026
Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiilee damee hedduun eegalaman cimanii itti fufu jedhe Biiroon M...
By Admin Admin on Nov 19, 2025
Join us in our upcoming events and activities
No upcoming activities at the moment.