Home - Oromia Urban Development Bureau Komii/Yaada/Qeeqa

Biiroo Misooma Magaalaa Oromiyaa

Magaalota Naannoo Oromiyaa hammayyeessuu fi misooma saffisiisuun jiruu fi jireenya uummataa fooyyessuu dha.

Learn More

Message from Bureau Head Office

Kab.Obbo. Xilaahun Warquu

Ergaa Hogganaa

Kaayyoon keenya magaalota naannoo Oromiyaa ammayyeessuun misooma ariifataa fidun jireenya ummata foyyeessuudha. Kanaaf immoo tarsiimoo magaalomsuu hojirra oolchuun fayyadamummaa uummataa karaa bu'uureeffaten ni hojjetama. Hojii kanneen milkeessuufis qooda fudhattoota qindeessuu fi magaalota naannoo keenya giddugala badhaadhina taasisuuf xiyyeeffannoo olaanaan kan hojjetamu waan ta'eef abbootiin qabeenya, hawaasni magaalota, hayyoonni, ogeessoonni magaalaa fi kkf gahee isaan bahuun ergama qabane waliin akka milkeessinu ni gaafadha. Galatoomaa!

Kab.Obbo. Xilaahun Warquu

Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa Oromiyaa

Deputy Head Office

Meet our dedicated deputy head office team

Injineer Jaagamaa Dagbaasa
Injineer Jaagamaa Dagbaasa

I/A/Hog fi I/G Damee Manneenii

Obbo. Abdulqaadir Hussein
Obbo. Abdulqaadir Hussein

I/A Hog. fi I/G Damee Tajaajiilaa

Obbo. Gazzahany Dajaanee
Obbo. Gazzahany Dajaanee

I/A/Hog fi I/G Damee Misooma Magaalaa

Our Projects

Explore our ongoing and completed housing projects

Misooma Koridaara
Completed
Misooma Koridaara

Misooma Koridaara Magaalaa Jimma...

Magaalaa Jimma

Misooma Koridaara
Completed
Misooma Koridaara

Misooma Koridaara Magaalaa Roobee...

Roobee

Mana Qusanna
Completed
Mana Qusanna

Mana Qusanna Magaalaa Jimma...

Jimma

Latest News

Stay updated with our latest announcements and news

Mana jireena Magaalaa Adaamaa-.Andoodee
Mana jireena Magaalaa Adaamaa-.Andoodee

Mana jireena Magaalaa Adaamaa-.Andoodee...

By Ahmed Mohammed on Feb 2, 2026

Leenjii Haaromsa Aadaa irratti Hojjettoota Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaaf kenname
Leenjii Haaromsa Aadaa irratti Hojjettoota Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaaf kenname

Leenjii Haaromsa Aadaa irratti Hojjettoota Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaaf kenname...

By Ahmed Mohammed on Feb 2, 2026

Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiileen eegalaman cimanii itti fufu
Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiileen eegalaman cimanii itti fufu

Magaaloonni Oromiyaa jireenyaaf mijataa akka ta'aniif hojiilee damee hedduun eegalaman cimanii itti fufu jedhe Biiroon M...

By Admin Admin on Nov 19, 2025

Upcoming Activities

Join us in our upcoming events and activities

No upcoming activities at the moment.